Mulunaa Gonfaa jedhamu. Godina Shawaa Lixaa Aanaa Amboo ganda Haaruu Xirootti dhalatan. Maatiisaaniif ilma hangafaa turan. Haatiifi abbaansaa ijoollummaasaatti waan wal hikaniif akkawoo biratti ...
Hawwii barnootaafi hojii qorannoo naannoo argachuuf fedhuurraan kan ka'een gaaffii waggoota hedduun booda kan milkaa'e Yunivarsiitiin Booranaa amma barattoota simatee barsiisuuf qophii ta’uu ...